Site Name

subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link | subglobal1 link
subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link | subglobal2 link
subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link | subglobal3 link
subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link | subglobal4 link
subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link | subglobal5 link
subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link | subglobal6 link
subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link | subglobal7 link
subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link | subglobal8 link

small logo
Oduu

Maqaa toohannaa meeshaalee waraanaa je’uun sirni Wayyaanee Godina Shawaa Kibba Lixaa keessaa ummata Oromoo meeshaa hikkachiisaa jira.

(Madda Oduu ABO/MOA/Amajjii 11,2010) Haaluma kanaan Onoota 11 fi magaalota keessaa meeshalaee waranaa gara garaa ummata irraa humnaan hiikkachiisaa jiru.

Kana males sochiilee mormitootaa kanneen akka ABO fa’a adda baasanii hordofuu maqaa je’uu fi manneen barumsaa mootummaa fi dhunfaa keessatti barattoota fi barsiisota akkasumas daldaltoota fi qotatee bultoota Gooxi fi Gareen wal irratti ijaarun akka wal basaasaniif qophiin xumuramuu isaa odeessi gola wayyaanotaa keessaa bahu if godha.

Hojjattoonni naannoo Oromiyaa ammoo saamicha aanga’oonni wayyaanee adeemsisaa jiranii fi lafa ummata irraa buqqisuun gurguramaa jiru mormaa akka jiran maddeen keenya gabaasaniiru.

*******

 

Godina Shawaa Lixaa keessatti ummanni walgahii dhaaba jalee Wayyaanee OPDO irratti argamuu lagate, wayyaanen kanatti aarun bishaan dhugaatii dhoorkun adabaa jira je’ame.

(Madda Oduu ABO/MOA/Amajjii 11,2010) Godina Shawaa Lixaa Ona Meettaa Roobii magaalaa Minaaree keessatti ummanni walgahii ergamtuu wayyaanee OPDO irratti argamuu dide. Ummanni naannichaa walgahii teessan dhuma hin qabnee fi bu’aan irraa argamu hin jirreen nu hin rakkisinaa jechuun bakka walgahichatti argamuu lagatee jira.

Sirni wayyaanee diddaa ummataa kanatti aaruun karaa ergamtoota isaa kaabinoota je’amaniin namoonni walgahii irratti argamuu didan bishaan dhugaatii akka hin arganne ugguree jira.

Namonni hedduun tarkaanfii abdii kutannaa wayyaaneen fudhate kanaan kan hubaman yeroo tahu, maatin obbo Salamoon Maarkoonii jedhamanii fi kanneen biroo hedduun warreen bishaan akka hin waraabbane ugguraman keessatti argamu.

MOA



Opinions published on News and Views section of this site are those of the authors and not necessarily that of OLF.

Copyright ©2005 ABO/OLF All Rights Reserved | Email Webmaster olfinfodesk@earthlink.net